Odeessa Mari Karoora Hoji bara 2015

Mariin Qophii karoora Waajjira Abbaa Alangaa Godina Jimmaa kan bara hojii 2015 Guyyaa har’aa ittigafatamtoota fi Abbootii Adeemsaa Aanaalee waliin gaggefameera.
__________
Waajjirri Abbaa alangaa Godina Jimma guyyaa har’a marii karoora hojii bara 2015 irrattii gadi fageenyaan mari’ateera. Marii kanarattis Hoggansaafi abbootiin adeemsaa karoora isaanii erga walatajjiichaaf dhiheessaniin booda gaafiilee hirmaattota waltajjichaa irraa ka’eef hoggansi deebii keennuun yaadoota ka’an ammoo akka galteettii fudhachuun waltajichi waaree booda golabameeraa.

Murtii yakkaaMMOGJ kennamee.

Abbaa Seeraa                         Abdurahmaan Mohammad                         Magarsaa Taaddasaa                         Damisee Galataa Galmeen kuni banamee dhiyaachuu kan danda’e abbaan…

International Association of Prosecutors’ Standards of Professional Responsibility and Statement of the Essential Duties and Rights of Prosecutors pdf

RIGHT OF PROSECUTORS ADOPTED BY THE INTERNATIONAL ASSOCIATION OF PROSECUTORS ON THE TWENTY THIRD DAY OF APRIL 1999 Foreword The…

Verified by MonsterInsights